Ispoortii
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii waancaa Afrikaa gita isaa Taanzaaniyaa waliin ni taphata
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa 2025 qopheessummaa Moorokoon gaggeeffamuuf Waaliyaawwan har’a tapha gulaallii jalqabaa Taanzaaniyaa waliin ni taphatu.
Har’a galgala Sa’aatii 1:00 irraa jalqabee Taanzaaniyaa Daaree Salaam Istaadiyeemii Beenjaamiin Mikaappaatti falmiin taasiisan ni eegama.
Qaammee 4, 2016 ammoo Garee…
Read More...
Gareen Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Umrii 20 gadiirratti hirmaate simatame
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Gareen Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Idil Addunyaa Umrii 20 gadiirratti hirmaateef simannaan taasifame.
Garichi har’a Finfinnee Buufta Xiyyaara Idil Addunyaa Boolee Wayita ga’utti simannaan…
Itiyoophiyaan dorgommii Paaraalimpikii meedaaliyaawwan 3 argachuun xumurte
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Dorgommiin Paaraalimpikii dorgommii Paaraalimpikii 17ffaa Paarisitti gaggeeffame meedaliyaawwan sadii argachuun xumuruun eerame.
Dorgommicharratti Itiyoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee 2 fi…
Atileet Yaayyesh Geexeen Paaraa Olompikiin Warqee 2ffaa Itiyoophiyaaf argamsiifte
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) – Atileet Yaayyesh Geexeen Dorgommii fiigicha meetira kuma 1 fi 500 Paaraa Olompikiin dubartoota qaroo dhabeeyyii gidduutti gaggeeffameen Warqee 2ffaa Itiyoophiyaaf argamsiifteerti.
Atileet Yaayyesh…
Liiverpuul galchii 3 fi 0n Maanchiister Yuunaayitiid injifate
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni darbii 'Laankishaayer' olaantummaa Liiverpuuliin xumurameera.
Maanchiister Yuunaayitiid dirree ofiirratti Liiverpuuliin galchii 3 fi 0n injifatameera.
Luwis…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Cheelsiin qixa yoo bahu, Tootenhaam injifatame
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har'a taphatameen Cheelsiin qixa yoo bahu, Tootenhaam injifatameera.
Niwuukastiil galchii 2 fi 1n Tootenhaam yoo injifatu, Cheelsiin Kiristaal Paalaas…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Peeruu Magaalaa Liimaatti gaggeeffame Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa fi Addunyaarraa sadarkaa 2ffaan xumurteerti.
Dorgommii biyyoota…