Ispoortii
Piriimeer Liigii Oromiyaan Ginciin Yuuniversiitii naannoo Oromiyaa injifate
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a taphatameen Ginciin Yuuniversiitii naannoo Oromiyaa injifateera.
Tapha har’a waaree dura sa’aatii 4:00 eegalee taphatameen Ginciin galchii 1 fi 0n Yuuniversiitii Naannoo Oromiyaa injifachuun qabxii isaa gara 25’tti guddifateera.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Piriimeer Liigii Oromiyaan Leeqaan Gullisoo injifate
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a waaree booda taphatameen Leeqaan Gullisoo injifachuun sadarkaa isaa fooyyeeffate.
Leeqaan galchii 2 fi 1n Gullisoo injifachuun sadarkaa isaa gara…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Yuuniversiitiin Dambi Doolloo Gimbii injifate
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a ganama sa’aatii 3:00 eegalee taphatameen Yuuniversiitiin Dambi Doolloo Gimbii injifateera.
Yuuniversiitiin Dambi Doolloo galchii 2 fi 0n Magaalaa…
Qonni magaalaa madda carraa hojii ta’uun alatti kaapitaala guddaa uumaa jira – Dooktar Biqilaa…
Finfinnee, Ebla 15, 2017 (FMC) – Itti Gaafatamaan Damee Qunamtii uummataa fi Idil Addunyaa Paartii Badhaadhinaa Dooktar Biqilaa Hurrisaan magaalaa Baatuutti oomishaalee Timaatimaa, Muuzii fi Paappaayaa daawwataniiru.…
Gullisoo 2-2 Yuunivarsiitii Dambi Doolloo
Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) - Tapha Piriimer Liigii Oromiyaa Torbee 16ffaa har'a taphatameen Gullisoo fi Yuuniversiitiin Dambi Doolloo 2-2 qixa ba'uun qabxii qoddataniiru.
Tapha har'aa sa’aatii 8:00’tti Magaalaa Adaamaa Istaadiyeemii…
Atileet Qananiisaa Baqqalaan maaraatoonii Landan irratti akka hin hirmaanne ifoomse
Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) – Atileet Qananiisaa Baqqalaan miidhaa shaakalarratti isa mudaterraan kan ka’e dorgommii fiigicha maaraatoonii Landan irratti akka hin hirmaanne ifoomseera.
Deeggartootaafi dinqisiifattoota isaa…
Dambi Doolloo 1- 0 Gincii
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC)) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 16ffaan Dambi Doolloon Giincii injifate.
Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n Giincii injifachuun qabxii isaa 24'n ga'ateera.
Dambi…