Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ispeen tapha walakkaa xumuraaf dabarte

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan Ispeen, Jarman injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte. Ispeen galchii 2 fi 1n Jarman injifachuuf tapha walakkaa xumuraaf geesse. Tilmaama Waancaa injifachuu olaanaa argattee kan turte Jarman walakkaa xumuraaf osoo hin darbin hafteerti.
Read More...