Ispoortii
Aston Viilaafi Niwukaasil Yuunaayitid qixa bahan
Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaandi sagantaa torbee jalqabaan Aston Viilaafi Niwukaasil Yuunaayitid goolii malee qixa bahan.
Astoon Viilaan sa’aatii 8:30 irratti dirree isaarratti Niwukaasil Yuunaayitidiin keessummeesseera.
Taphichaan Eezrii Koonsaan badii dalageen kaardii diimaan dirree keessaa baheera.…
Read More...
Tapha Piriimar Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni shan ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaandi Sagantaa torbee jalqabaan guyyaa har’a taphoonni shan ni taphatamu.
Tapha Piriimar Liigii Ingilaandi sagantaa torbee jalqabaa guyyaa kaleessaa eegalameen har’a guyyaa…
Kaalverti Liwiin Liidsi Yunaayitiditti makame
Finfinnee, Hagayya 9, 2017(FMC) - Liidsi Yuunaayitid Doomniik Kaalverti Liwiiniin mallatteessise ifoomseera.
Taphataan sarara fuula duraa, lammiin Ingiliz umrii waggaa 28, waliigalteen Evertan waliin qabu hordofee jijjiirraa bilisaan…
Firaankoo Maastaantuunoon Riyaal Maadiriidiif mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC)- Riyaal Maadiriid Firaankoo Maastaantuunoo Riivar Pileet irraa mallatteessisuu ifoomse.
Kilabichi taphatichaaf Yuuroo miiliyoona 45 baasii taasiseera.
Dargaggeessa umrii waggaa 18 kan ta’e Firaankoo…
PSG Tootanihaam waliin –Tapha eegamaa…
Finfinnee, Hagayya 7, 2017 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa kan injifate PSG’n Liigii Yuurooppaa kan injifate Tootanihaam Hootispar waliin taphni xumuraa Suuppar kaappii Awurooppaa har’a galgala taphatan ni eegama.
Kilabni…
Ispoortiin ijaarsa maqaa biyyaa keessatti gumaacha olaanaa qaba
Finfinne, Hagayya 6, 2017 (FMC) – Sagantaan beekamtii kennuu kilaba kubbaa miilaa magaalaa Shaggar gaggeeffameera.
Kilabni magaalaa shaggar hundeeffamee waggoota muraasa keessatti koorniyaa lamaaninuu gara Pirimeer liigiitti ol…
Kiristaal Paalaas waancaa Koomuniitii Shiildii injifate
Finfinne, Hagayya 4, 2017 (FMC) – Kiristaal Paalaas yeroo jalqabaaf Liivarpuuliin rukuttaa adda bahiinsaan mo’achuun waancaa Koomuniitii Shiildii injifateera.
Kiristaal Paalaas rukuttaa adda bahiinsaa goolii 3 fi 2’n Liivarpuuliin…