Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Noonii Maaduukeen Arsenaaliif mallatteesse

Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Jifataan Cheelsii Noonii Maaduukeen ifatti Arseenaalitti makameera. Noonii Maaduukeen waliigaltee waggaa shanii hanga bara 2030’tti Arseenaal isa tursiisu mallatteesseera. Arseenaal jijjiirraa taphataa kanaaf Paawundii miiliyoona 52 baasii taasiseera. #Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa…
Read More...

Gullisoo 1-1 Dul Azahaabii

Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) - Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Gullisoon Dul Azahaabii waliin galchii 1’n qixa bahe. Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Giincii, Leeqaa fi Dambi Doolloon tapha mo’anii…