Ispoortii
Luwiis Diyaaz Baayerni Muunikitti makamuuf waliigale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Jifataan Liiverpuul Luwiis Diyaaz Baayerni Muunikiif makamuuf waliigalteerra gahe.
Dargaggoon umrii waggaa 28 Liwiis Diyaaz Yuuroo miiliyoona 75' gara Baayerni Muunikitti makamuuf waliigaluu eerame.
Sa'aatii 24 keessatti jijjiirraa isaa akka xumuru kilabicharra eeyyama argachuutu ibsame.
Diyaaz turtii isaa…
Read More...
Dambi Doolloon tapha nuusa xumuraaf darbe
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) –Shaampiyoonaa Kilaboota naannolee Itiyoophiyaan Kilabni bulchiinsa magaalaa Dambi Doolloo Araadaa injifachuun nuusa xumuraaf darbe.
Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n Araadaa injifachuun kilaba naannoo…
Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf Sagantaan badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetikisii Afrikaa Umrii waggaa 18 fi 20 gadii Naayijeeriyaa Abuukuutaatti gaggeeffame irratti hirmaateef Sagantaan badhaasaafi beekamtii kennuu…
Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) - Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse.
Lammiin Kaameeruun Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon Paawundii miiliyyona 65 fi ilaallamee kan kaffalamu…
Liiverpuul Hugoo Ekiitikeen mallatteessifachuuf waliigale
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Liiverpuul Jifataa Intiraakti Firaankifarti Hugoo Ekiitikeen mallatteessifachuuf waliigale.
Liiverpuul jijjiirraa kanaaf Paawundii miiliyoona 79 kan baasu yoo ta’u, miiliyoona 69 dursaa fi miiliyoona…
Atileet Madinaa Isaan fiigicha Daayimandi Liigii meetira kuma 5’n Landanitti dorgomame…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Atileet Madinaa Isaan fiigicha Daayimandi Liigii meetira kuma 5'n Landanitti dorgomame injifatte.
Madinaa Isaan fageenyicha daqiiqaa 14 fi sekondii 30 fi maayikiroo sekoondii 57 xumuruun injifatte.…
Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha Daayimandi Liigii maayila 1 Landanitti dorgomame injifatte
Finfinnee, Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha Daayimandi Liigii maayila 1 Landanitti dorgomame riikkandii fooyyessuun injifatte.
Gudaaf Tsaggaayiin fageenyicha daqiiqaa 4 fi sekondii 11 fi maayikiroo sekoondii…