Ispoortii
Dorgommiiwwan Gulaallii Itiyoophiyaan irratti hirmaattu har’a ni gaggeeffamu
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Olompikii Paariis 2024'n fageenya garaagaraan dorgommiiwwan Gulaallii sadii Itiyoophiyaan irratti hirmaattu har'a ni gaggeeffamu.
Fiigichi gulaallii walakkaa xumuraa meetira 800 dubartootaa fi meetira kuma 1 fi 500 dhiirotaa, akkasumas gulaalliin gufachiisaa meetira kuma 3 dubartootaa gidduutti har'a ni…
Read More...
Atileetonni Itiyoophiyaa har’a gulaallii carraa 2ffaa ni fiigu
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Atileet Abdiisaa Fayyisaa fi Haabtaam Alamuun har’a gulaallii carraa 2ffaa ni fiigu.
Fiigicha gulaallii meetira 800 kaleessa galgala gaggeeffameen osoo hin milkaa’iin kan hafte Atileet Haabtaam…
Atileet Madinaa Isaa, Gudaaf Tsaggaayii fi Ijjigaayyoo Taayyeen fiigicha xumuraaf darban
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) - Fiigicha gulaallii kiiloo meetira 5 dubartoota gidduutti fiigameen Atileet Madinaa Isaa, Gudaaf Tsaggaayii fi Ijjigaayyoo Taayyeen xumuraaf darban.
Atileet Madinaa Isaan ramaddii 2ffaarraa sadarkaa…
Saamu’eel Tafarraa fi Eermiyaas Girmaan marsaa itti aanuuf darban
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Fiigicha gulaalluu meetira kuma 1 fi 500 dhiirota gidduutti gaggeeffameen Atileet Saamu’eel Tafarraa fi Eermiyaas Girmaan marsaa itti aanuuf darbaniiru.
Eermiyaas Girmaan fageenyicha daqiiqaa 3 fi…
Fiigichi Kiiloo Meetira 10 dhiirotaa har’a gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Olompikii Paariis 33ffaan har’a fiigicha Kiiloo Meetira 10niin Atileetoota dhiirotaa gidduutti gaggeeffamuun Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:20 irraa eegaluun kan fiigamu…
Atileet Misgaanaa Waaqumaan dorgommii tarkaanfii Kiiloo Meetira 20 har’a dorgomameen hin milkoofne
Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Atileet Misgaanaa Waaqumaan dorgommii Tarkaanfii Olompikii Paaris har’a gaggeeffameen sadarkaa 6ffaa bahuun xumureera.
Atileetiin Ikkowaadoor dorgommicha yoo injifatu, atileetiin Biraaziil sadarkaa…
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan Faransaay Paaris gahe
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan taphoota Olompikii 33ffaarratti hirmaatu Faransaay Paaris gaheera.
Jilli kun Atileetoota fageenya garaagaraan dorgommii fiigichaarratti hirmaatan kan of…