Ispoortii
Maanchiister Siitii 3 – 0 Bireentifoord
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitii Bireentifoord injifachuun morkii waancaa cimsate.
Siitiin galchii 3 fi 0'n Bireentifoordi injifachuun garaagarummaa Arsenaal waliin qabu gara 2tti dhiphifateera.
Jeremii Dookuu, Haalaandii fi Oomar Maarmuush Siitiif galchii tokko tokko lakkoofsisaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Liiverpuul 1 – 1 Cheelsii
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuulii fi Cheelsii gidduutti taasifame qixaan xumurame.
Cheelsiin hirmaannaa waltajjii Awurooppaa argachuuf falmii cimaa taasisaan…
Morkii Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu ni eegama.
Har'a waaree booda sa'aatii 8:30 eegalee falmiin kilaboota laman gidduutti godhamu xiyyeeffannoo…
Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa baatii kanaa jedhame
Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Leenjisaan Maanchiister Siitii Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa Piriimeer Liigii baatii kanaa jedhamuun filatame.
Peeppi Gaardiyoolaan taphoota piriimeer liigichaa baatii Eblaa keessa taphate sadi…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG’n xumuraaf darbe
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG'n Baayerni Muunik injifachuun xumuraaf darbeera.
Taphni har'a taphatame galchii 1 qixa yoo xumuramu, PSG'n dhaqaa gala galchii 6 fi 5'n Baayerni Muunik injifachuun…
Walwaaloo Addigiraat 1 – 2 Nageellee Arsii
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaa har'a taphatameen Nageellee Arsiin Yuunivarsiitii Walwaaloo Addigiraat injifateera.
Nageellee Arsiin galchii 2 fi 1’n Yuunivarsiitii…
Buna Sidaamaa 0 – 1 Madin Itiyoophiyaa
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Bunni Sidaamaa Madin Itiyoophiyaan injifatameera.
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa dursaa kan jiru Bunni Sidaamaa Madin Itiyoophiyaan injifatamuun carraa garaagarummaa qabxii Machaal waliin qabu gara 10tti…