Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Fiigicha Maaraatoonii Moorookootti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaninuu injifatan

Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Fiigicha Maaraatoonii Moorookoo Magaalaa Raabaatiitti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaninuu injifataniiru. Dorgommii Atileetoota dhiiraa gidduutti gaggeeffameen Atileeti Bokii Dirribaa fageenyicha sa’aatii 2 fi daqiiqaa 7 fi sekoondii 52 xumuruun injifateera. Atileet Tolchaa Tafarraan…
Read More...

Weest Haam 0 – 1 Arsenaal

Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 36ffaan Arsenaal Weest Haam Yuunaayitidiin galchii 1 fi 0’n injifateera. Bu’aa kana hordofees qabxii isaa gara 79’tti guddifachuun garaagarummaa qabxii Maanchistar…

Barnileey fi Astonviilaan qixa bahan

Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 36ffaan Barnileey fi Astonviilaan galchii 2 fi 2’n qixa bahaniiru. Taphoota sa’aatii walfakkaataa sa’aatii 10:00 irraa eegalee taphatamaniin Nooteenghaam Foorestiifi…