Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal Riyaal Maadriidiin keessummeessu ni eegama

Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Taphoota nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har'a Arsenaal Riyaal Maadriidiin keessummeessu ni eegama. Taphni nuusa xumuraa marsaa jalqabaa kun har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee taphatama. Kilaboonni lamaan bara Faranjootaa 2006 taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa…
Read More...

Fuulhaam 3 – 2 Liiverpuul

Finfinnee, Bitootessa 28, 2017(FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 31ffaa har'a waaree booda taphatameen Fuulhaam galchii 3 fi 2n Liiverpuul injifate. Liiverpuul yeroo jalqabaaf har'a tapha boqonnaa duraan galchii 3…