Joorj Jeesuus leenjisaa garee biyyaalessaa Poorchugaal ta’an
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Leenjisaa Roobeertoo Maartiineez waliin adda kan bahe gareen biyyaalessaa Poorchugaal Joorj Jeesuusiin leenjisaa isaa gochuun muudeera.
Leenjisaan duraanii Al Naasir Joorj Jeesuus garee biyyaalessaa Poorchugaal hanga bara faranjootaa 2030’tti leenjisuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Joorj Jeesuus Al Naasir, Beeneefiikaa, Ispoortiingi Liizban, Feenarbaachee fi Al Hiilaal dabalatee kilaboota hedduu leenjisuun ni yaadatama.
#Oromia #Ethiopia