Kallattiiwwan gurguddoo fuula duraa Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen walga’ii waloo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataafi Mana Maree Federeeshinii irratti kaasan:-
👉 Hojiin nageenyaa gatii nageenyi imala guddina Itiyoophiyaaf qabu qorateefi yeroo kamiyyuu caalaatti hojiin gamtaa, tumsaafi Itiyoophiyaaf dursa kennu ni hojjetamu,