Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Adaamaatti piroojektiin bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 6.2’n ijaarame hojii eegale

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Magaalaa Adaamaatti piroojektiin bishaan dhugaatii quqlulluu Birrii biiliyoona 6.2’n ijaarame eebbifamuun hojii eegaleera.
Piroojektiin Ministirri Bishaanii fi Inarjii, Mootummaan naannoo Oromiyaa fi Bulchiinsi magaalaa Adaamaa waloon hojjechiisan kun jiraattoota miiliyoona 1.1 ol fayyadamoo taasisa jedhame.
Piroojektichaan burqaawwan 15 misoomuu fi Kuusaawwan Bishaan Meetir Kiyuubii kuma qabachuu danda’an 10 kan of keessatti hamate ta’uu eeran.
Goohii Nigusuutu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.