Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira

Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee10ffaa bara hojii 5ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira.

Yaa’iin guyyoota lamaaf gaggeeffamu kun raawwii hojii bara baajatichaa dabalatee raawwii hojii mana Hojii Ooditara Muummee ni gamaaggamaan eegama.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.