Fana: At a Speed of Life!

Mikeel Arteettaan waliigaltee Arsenaal waliin qabu haaromse

Finfinnee, Fulbaana 27, 2019 (FMC) — Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaan waliigaltee hojii yeroo dheeraa Arsenaal waliin qabu haaromseera.

Akka waliigaltee haaraa kanaatti, Mikeel Arteettaan hanga bara 2030tti Arsenaal waliin tura.

Leenjisaan umrii waggaa 44 Mikeel Arteettaan, Arsenaal waggoota 22 booda waancaa Piriimeer liigii akka mo’atu taasisuun ni yaadatama.

Arteettaan erga Arsenaal leenjisuu eegalee taphoota 361 durse keessaa 220 injifachuun, taphoota 67 qabxii qooddachuun taphoota 74 ammoo injifatameera.

#MootummaaIda‘amuu

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.