Fana: At a Speed of Life!

Obbo Charuugeetaa Gannanaa Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshin ta’uun muudaman

Obbo Charuugeetaa Gannanaa Hojii Raawwachiisaa duraanii Faanaa Miidiyaa Korporeeshin obbo Admaasuu Daamxoo waliin walharkaa fuudhiinsa hojii taasisaniiru.

Waggoottan lamaan darbaniif Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa ta’uun kan tajaajilan obbo Charuugeetaan, guyyaa har’aa Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshin ta’uun hojii isaanii kan eegalan yoo ta’u miseensota Maaneejimantii waliinis walbaraniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.