Fana: At a Speed of Life!

Obbo Saadaat Nashaa Ministira Loojistiksii ta’uun muudaman

Finfinnee, Fulbaana 28, 2019 (FMC)- Obbo Saadaat Nashaa Ministira Ministeera Loojistiksii ta’uun muudamaniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Obbo Sadaat Nashaa Ministira Ministeera Loojistiksii akka ta’aniif Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf dhiyeessaniiru.

Manni marichaas muudama Obbo Saadaat Nashaa raggaasiseera.

#MootummaaIda’amuu

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.