Oolmaa Paarlaamaa booda biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabne – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Oolmaa Paarlaamaa booda sagantaa biqiltuu Ashaaraa Magariisaa raawwanneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Wayita sagantaa ashaaraa magariisaa kana abdii dhaabuu itti fufna jedhan.