Teel Aviivitti walitti bu’iinsa Godaantoota Ertiraa gidduutti mudateen lubbuun nama 1 darbe
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Isiraa’eel Teel Aviivitti walitti bu’iinsa Godaantoota Ertiraa gidduutti mudateen lubbuun nama 1 yoo darbu, hedduurra miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsame.…