Komishiniin Maree Biyyaalessaa Boru boqonnaa marii magaalaa Finfinneetti ni eegala
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa Boru boqonnaa marii magaalaa Finfinneetti kan eegalu ta'uu ibseera.
Marii guyyoota torbaaf gaggeeffamuun hirmaattoonni…