Ispoortii Luusiwwan Waancaa Afrikaan ala ta’an Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan Waancaa Afrikaa bara 2026 ala ta’an. Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti bara kana lafti hektaarri kumni 300 ol Qamadii jallisii Bonaatiin ni misooma Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti bara kana lafti hektaarri kumni 300 ol Qamadii jallisii Bonaatiin ni misooma jedhe Waajjirri qonnaa godinichaa. Godinichatti bara…
Oduu biyya keessaa Kitaabileen miiliyoonni 43 maxxanfamuun barattootaaf raabsame- Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kitaabileen miiliyoonni 43 maxxanfamuun barattoota sadarkaa 2ffaaf raabsamaniiru jedhan. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Mooshinii deeggarsaa dhiyaate raggaasise Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Manni Maree bakka Bu’oota Ummataa haasawaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Sirna Baniinsaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Mana…
Oduu biyya keessaa Filannoo bara kanaa diimookiraatawaa qofa osoo hin taane sagaleewwan garaagaraa akka dhagahamaniif… Ayana Dheressa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2018(FMC)- Filannoo bara kanaa diimookiraatawaa qofa osoo hin taane sagaleewwan garaagaraa akka dhagahamaniif ni hojjenna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonni ummata faayidaa biyyaalessaa isaanii karaa seeraan kabachiifachuu danda’aniidha –… Tsehay Guluma Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaanonni ummata faayidaa biyyaalessaa isaanii karaa seeraan kabachiifachuu danda’aniidha jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen hundi fedhii dhuunfaa fi aangoo keessa bahuun faayidaa biyyaaf dursa kennuu qabu – Dooktar… Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Qaamoleen hundi fedhii dhuunfaa fi aangoo keessa bahuun faayidaa biyyaaf dursa kennuu qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa keessatti qaama karaa nagaa barbaaduuf karri nagaa ammallee banaadha- Dooktar Abiy… Tsehay Guluma Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa keessatti qaama karaa nagaa barbaaduuf karri nagaa ammallee banaadha jedhan Ministirri Muumme FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dhimma…
Oduu biyya keessaa Qabeenyi Baalee keessa jiru kutaalee Itiyoophiyaa kamittuu hin argamu – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Qabeenyi Baalee keessa jiru kutaalee Itiyoophiyaa kamittuu hin argamu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ummanni Baalee qabeenya…
Oduu biyya keessaa Gargaaramtummaan Kaansarii Humna hojjechuu danda’u nyaatuudha –Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) - Gargaaramtummaan Kaansarii humna hojjechuu danda’u nyaatuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad dhimma…