Oduu biyya keessaa “Namni kamuu hiyyummaa waliin hindhalanne…” Yonatan Birhanu Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2018(FMC) - Aadde Abbayinash Darribee jiraattuu magaalaa Adaamaati. Akkuma nama kamuu gaa’ela dhaabbatanii maatii horatanii jiraataa turan. Garuu sababa abbaa…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa balaliistoota gahumsa ajaa’ibaa mul’isaniif beekamtii kenne Tsehay Guluma Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa 'agarsiisa qilleensarraa Leencoota Gurrachaarratti’ balalistoota gahumsa ajaa'ibaa galmeessanii fi qaamolee hirmaatanif…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Daandii Qilleensichaa Ministira Dhimma Alaa Itti aanaa Ameerikaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Hoggantoonni Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Ministira Dhimma Alaa Itti aanaa Ameerikaa Kiristoofar Laandaaw waliin mari’ataniiru. Kiristoofar Laandaaw…
Biiznasii Pilaatfoormiin diijitaalaa baankonni bittaafi gurgurtaa sharafa alaa ittiin raawwatan hojii eegale Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Pilaatfoormiin diijitaalaa baankonni walii isaanii gidduutti bittaafi gurgurtaa sharafa alaa ittiin raawwatan hojii eegaleera. Saganticharratti…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Pirezidaantii Rootarii Intarnaashinaal waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pirezidaantii Rootarii Intarnaashinaal Firaansiikoo Ariizoo waliin mari’ataniiru. Pirezidaanti Taayyee…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Afrikaafi Ameerikaan dameewwan garaagaraan tumsa qaban cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Gamtaan Afrikaafi Ameerikaan dameewwan garaagaraan tumsa qaban cimsuuf waliigalaniiru. Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Maahimuud Alii Yusuuf…
Oduu biyya keessaa Xaa’oon meetirik toonii miiliyoonni 1 ol gara biyya keessaatti geejjibsiifame Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20 , 2018 (FMC) – Baatiiwwan jahan darbanitti xaa’oon meetirik toonii miiliyoonni 1 ol gara biyya keessaatti geejjibsiifameera jedhe Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa KiristooforTii laandawu fi Afrikaatti Ajajaa Ajaja Ameerikaa Jeneraal…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Ameerikaan hariiroo gamlamee cimsuuf mari’atan Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20 , 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Itti aanaan Ameerikaa Kiristoofer Laandaw waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Damma Toonii kuma 300 fi kuma 59 omishuuf hojjetamaa jira- MQ Tsehay Guluma Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC)- Bara baajata kanatti Damma toonii kuma 300 fi kuma 59 oomishuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Qonnaa. Gorsaan Minisitir Deetaa Ministeera Qonnaa…