Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Samaraa gale Tsehay Guluma May 18, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) –Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Naannoo Afaaritti hojiilee misooma garaagaraa daawwachuuf Magaalaa Samaraa…
Oduu biyya keessaa Kan qophoofnu waraanaaf osoo hin taane birmadummaa biyyaa fi nageenya waaressuufi – Fiild… Sifen Megersa May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Kan qophoofnu waraanaaf osoo hin taane birmadummaa biyyaa fi nageenya waaressuufi jedhan Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inoonni damee qonnaan argaman damee Indaastiriinis dabalamaa jiru – Dooktar Abiy… Sifen Megersa May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Korporeeshinii Indaastirii Injinariingii Raayyaa Ittisaa daawwataniiru. Jijjiirama caasaa fi hoggansaa…
Oduu biyya keessaa Balfa mala ammaayyaan dhabamsiisuu fi xaa’oo biyyoof oolchuun bu’aa argamsiisaa jira jedhame Tsehay Guluma May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) –Balfa mala ammaayyaan dhabamsiisuu fi xaa’oo biyyoof oolchuun bu’aa argamsiisaa jiraachuu Inistiityuutiin Baayoo fi Teeknooloojii Immarjiing beeksiseera.…
Uncategorized Itiyoophiyaan muuxannoo damee Miidiyaa fi Kominikeeshiniin qabdu qoodde Tsehay Guluma May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) –Yaa’iin Konveenishinii Miidiyaa Afrikaa 3ffaan Gaanaa Magaalaa Akraatti gaggeeffamaa ture xumuramuu Tajaajilli Koominikeshinii Mootummaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Tajaajila Galmeessa Waraqaa Eenyummaa Diijiiitalaa Itiyoo -Teeleekoom daawwatan Tsehay Guluma May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) –Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan Tajaajila Galmeessa Waraqaa Eenyummaa Diijitalaa Itiyoo - Teeleekoom daawwataniiru. Itti…
Ispoortii Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Olompikii Paariisirratti injifannoo galmeessuuf qophaa’uu… Tsehay Guluma May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Atileetiin buleessi Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Olompikii Paariis 2024 irratti injifannoo galmeessuuf qophaa’uu ibseera. Atileet Qananiisaan…
Oduu biyya keessaa Konkolaachiftoota Konkolaataa Fe’umsaa gurguddoo fi Deddeebisa ummataa qaxxaamura biyyaaf sagantaan… Tsehay Guluma May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Konkolaachiftoota Konkolaattoota Fe’umsaa gurguddoo daangaa ce’oo fi Deddeebisa ummataa qaxxaamura biyyaaf sagantaan…
Oduu biyya keessaa Luba Balaay Makonniin dabalatee namoonni dhuunfaan 5 yakka waliindhahuu cimaan himanni irratti… Tsehay Guluma May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Luba Balaay Makonniin dabalatee namoonni dhuunfaan 5 yakka malaammaltummaa waliindhahuu cimaan Dhaddacha Idileetiin himanni irratti banameera.…
Oduu biyya keessaa Dorgaa dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 17ffaan wantoota haaraan dabaalamee boru eegala Tsehay Guluma May 17, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Dorgommii Moo’aa moo’attootaa 4ffaan booda boqonnaarra kan ture Dorgaa dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 17ffaan wantoota haaraan dabaalamee…