Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 5.3 ol qophaa’e – Biiroo Qonna…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Barana naannoo Oromiyaatti biqiltuu ashaaraa magariisaa biiliyoona 5.5 qopheessuuf karoorfamee hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 5.3 ol qophaa’uu…