Finfinneetti Ashaaraa Magariisaa ganna kanaan Biqiltuu miiliyoona 17 dhaabuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan Biqiltuu miiliyoona 17 ol dhaabuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Miidhagina Magaalaafi…