Fayyaa Sirna nyaataa fi karoora nyaataarratti mariin gaggeeffame Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Mootummaan Itiyoophiyaa fi dhaabbileen deeggartootaa Sirna nyaataa fi karoora nyaataa Itiyoophiyaarratti marii gaggeessaniiru. Hojmaataa…
Oduu biyya keessaa Naannichatti Bulchiinsa lafaa, magariisummaa fi seeraa kira mana Magaalaa ilaalchisee waltajjiin… Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti Bulchiinsa lafaa, magariisummaa fi seeraa kira mana Magaalaa ilaalchisee waltajjiin biyyaleessaa gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Wabii nyaataa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf hojiileen seenaa biyyattii jijjiiran hojjetamaa jiru – Pir.… Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa jireenya lammiilee Itiyoophiyaa jijjiiruuf hojii bu’aa qabeessa hojjechaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluun Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makaman Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Azaarbaanjaan gale Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Azaarbaanjaan galeera. Obbo Tamasgeen simannaa mootummaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen Warshaa qaamolee konkolaataa walitti hidhu magaalaa Jigjigaatti ijaarame eebbisisan Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahammad Warshaa qaamolee konkolaataa walitti hidhu magaalaa Jigjigaatti Birrii miiliyoona 250’n ijaarame…
Biiznasii Baatiwwan kurnan darban Daldala Alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 772 ol argamuu ibsame Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban Daldala Alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 772 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Waldaan Aksiyoonaa Ayyaat Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makame Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Waldaan Aksiyoonaa Riil Isteetii Ayyaat Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mata duree 'daandii Qulqulluu –…
Oduu biyya keessaa Manneen barnootaa bu’uura hojii ijaarsa dhalootati – Aadde Adaanach Abeebee Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Afrikaa garaagaraa manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa duraa magaalaa Finfinnee daawwataniiru. Finfinnee daa'imman…
Idil Addunyaa Ministirri Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan Yuukreen galan Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan daawwannaa tasaa taasiisuuf Yuukreen Kiyeev galaniiru.Antoonii Biliinkan halkan edaa…