Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahiwarqi Ambaasaaddaraa Veenezhiwala gaggeessan Tsehay Guluma Apr 15, 2024 0 Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilwarqi Zawdeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Veenzuweelaa kan turan Ambaasaaddar Modeestoo Ruuwiz Espinoozaab…
Oduu biyya keessaa Koomishinii Marii Biyyaalessaaf deeggarsi konkolaattota 12 taasifame Debela Tadesse Apr 15, 2024 0 Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)-Koomishiniin Mari Biyyaalessaa adeemsa marii biyyaalessaa gaggeessaa jiru tumsuuf Mootummaan Jaapaan deeggarsa konkolaattota 12 taasiseera. Marii…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Idil-addunyaa 2ffaan gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Apr 15, 2024 0 Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC) – Yaa'iin Dhaabbilee Amantaa Idil-addunyaa 2ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa'icha irratti abbootiin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Ambaasaaddar Asmaamawu Qalamuu Boqotan Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Guddina damee odeeffannoo fi nageenyaa Itiyoophiyaa keessatti gumaacha olaanaa kan bahatan Dooktar Ambaasaddar Asmaamawu Qalamuu Addunyaa kanarraa du’aan…
Oduu biyya keessaa Koonfiraansiin Misoomaa fi Nageenyaa Godina Arsiitti gaggeeffame Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Koonfiraansiin misoomaa fi nageenyaa bakka buutota hawaasaa Aanalee Godina Arsii shanii fi magaalota Godinicha hirmaachise Magaalaa Itayyaatti gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Keellaa Fayyaa 250 Birrii biiliyoona 3’n sadarkaa dhaloota 2ffaatti guddisaa jirra-Pir. Shimallis… Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Keellaa Fayyaa 250 Baasii Birrii biiliyoona 3’tti dhiyaatuun gara sadarkaa dhaloota 2ffaatti guddisaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannichaa…
Ispoortii Atileet Asheetee Bakaree Maaraatoonii Rooterdam injifatte Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Atileet Asheetee Bakareen dubartootaan Fiigicha Maaraatoonii Neezerlaandi Rooterdamitti gaggeeffame injifatte. Atileet Asheetee Bakareen dorgommicha…
Oduu biyya keessaa Jilli Afyaa’ii Caffee Aadde Sa’aadaan durfamu Shaggaritti hojiilee misoomaa daawwate Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Jilli Afyaa’ii Caffee Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaaniin durfamuu Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti, hojiilee misoomaa daawwataniiru. Daawwanaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa Israa’eel dirooniiwwanii fi misaa’ela 300 ol garasheetti Iraanirra furguggifaman… Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)-Israa'eel diroonii fi misaa'ela 300 ol garasheetti Iraanirra furguggifaman fashaleessuu beeksiste. Israa'elirratti haleellaan gaggeeffamuu fi Kaampiin…
Ispoortii Shaampiyoonaan Ispoortii Guutuu Oromiyaa 26ffaan Jimmaatti jalqabe Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)-Shaampiyoonaan Ispoortii guutuu Oromiyaa 26ffaan Magaalaa Jimmaatti jalqabeera. Sagantaan Shaampiyoonichaa agarsiisa garaagaraatiin kan eegale yoo ta'u,…