Ayyaana Iid Al Faxir karaa nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) -Kabajni Ayyaana Iid Al Faxir waggaa 1445ffaan karaa nagaan xumurame Humna Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.
Humnichi ummata waliin ta'uu kabajni…