Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa waggoota 78ffaa isaa ilaalchisuun gara Kaayirootti balalii addaa…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa imala milkaa’aa waggoota 78ffaa isaa ilaalchisuun gara Kaayirootti balalii addaa taasiseera.
Daandiin qilleensaa…