Ogaartiin eenyummaa fi guddina biyyaaf ijoodha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka buutoota hawaasa ogaartii guutuu Itiyoophiyaarraa walitti babba'an waliin mari'atan.
Qabeenya aadaa…