Hambaan dhala namaa waggoota miiliyoona 2.6 lakkoofsise naannoo Afaaritti argame
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Hambaan dhala namaa waggoota miiliyoona 2.6 lakkoofsise kan moggaafni Paaraantirooppis jechuun kennameef nnaannoo Afaar Miillee Loogiyaatti argame.…