Hidhi Haaromsa Guddichaa Itiyoophiyaa Ashaaraa Ummattoota Itiyoophiyaati – TKM
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Guyyaa Dhagaan Bu’uuraa HidhaHaaromsa Guddichaa Itiyoophiyaa kaa’ame waggaa 13ffaa ilaalchisee ibsa kenneera.…