Yaa’iin Idilee Gamtaa Barattootaa Itiyoophiyaa Yuunivarsiitii Maqaleetti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2016(FBC)- Yaa’iin idilee 43ffaan Gamtaa Barattootaa Itiyoophiyaa Yuunivarsiitii Maqaleetti gaggeeffameera.
Yaa’ichis mata duree “Gurmaa’ina barattootaa cimaa…