Oduu biyya keessaa Inisheetiviin Misooma Muuzii Milkaa’aa jira-BQO Tsehay Guluma Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) –Inisheetiviin misooma Muuziin hojjetama jiraachuu Milkaa’aa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Jilli Hoggaanna Ittaanaa Biiroo Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Bishaan Roobaa Kuusuun lammiilee miiliyoona 4.8 fayyadamoo taasiisu gara hojiitti gale Tsehay Guluma Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Piroojektiin Bishaan Roobaa Kuusuun lammiilee miiliyoona 4.8 fayyadamoo taasiisu gara hojiitti galuu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin duraanii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Injinar Gizaw Taklamaariyaam… Tsehay Guluma Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Injinar Gizaw Taklamaariyaam addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.…
Oduu biyya keessaa Kaayyoon keenya jalqabaa Finfinnee jiraattoota isheef mijattuu taasiisuuf Waadaa galle milkeessudha… Tsehay Guluma Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Kaayyoon keenya jalqabaa Finfinnee jiraattoota isheef mijattuu taasiisuuf waadaa galle milkeessudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin waamicha namummaa fi dhiifamaa dhiyeessan Tsehay Guluma Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Haleellaa Shororkeessummaa Mooskootti qaqqabe booda Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waamicha namummaa fi dhiifamaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa maqaa namootaa kuma 5 fi 166 karaa seeraan alaa maallaqa baankichaa… Sifen Megersa Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Rakkoo Siistamaa Baankicha Bitootessa 6, 20216 muudate fayyadamuun kanneen Maallaqa isaaniif hin malle fudhatanii hanga ammaatti hin deebifneef…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Keeniyaa manneen shubbisaa fi ragadaa halkanii kuma 18 ol irratti tarkaanfii fudhate Sifen Megersa Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Mootummaan Keeniyaa manneen shubbisaa fi ragadaa halkanii kuma 18 ol irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise. Warshaaleen Alkooliis akka cufaman…
Oduu biyya keessaa Asiidummaa biyyoo Nooraa fi wantoota biroon hir’isuun oomishaa oomishtummaa dabaluuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Asiidummaa biyyoo Nooraa fi wantoota biroon yaaluun oomishaa oomishtummaa dabaluuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiise. Mariin…
Oduu biyya keessaa Taphataan garee biyyaalessa Itiyoophiyaa Alleelinyi Azzanaan boqote Sifen Megersa Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu Garee Kubbaa Miilaaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Alleelinyi Azzanaan du’aan addunyaa kanarraa boqoteera. Alleelinyi Azzanaan…
Oduu biyya keessaa Maamiltoonni tajaajila moobaayilaa miiliyoona 85 qaqqabe Debela Tadesse Mar 26, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2016(FBC)- Itiyoophiyaatti lakkoofsi maamiltoota tajaajilaa teelekomii mootummaa fi dhuunfaa miiliyoona 85 qaqqabuu Hoji Raawwachiistuu Olaantuun Itiyoo Teelekom…