Ispoortii Bukaayoo Saakaan torbanootaaf dirreerra ni fagaata Ayana Dheressa Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) – Jifataan sarara fuulduraa Arseenaal Buukaayoo Saakaan sababa miidhaan torbanoota afuriif dirreerraa akka fagaatu ifoomeera. Buukaayoo Saakaan tapha…
Oduu biyya keessaa Dameelee garaagaraan hojiileen egeree Afrikaa murteessuu danda’an raawwachuun barbaachiisaadha-… Tsehay Guluma Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) – Addunyaa jijjiiramaa jirtu keessatti hojiilee egeree Afrikaa murteessuu danda’an tumsan raawwachuun barbaachiisaadha jedhan Ministirri Ministeera…
Biiznasii Oromiyaan oomishtummaa guddisuun gabaa tasgabbeessuuf bonaafi ganna hojjechaa jirti- Dooktar… Ayana Dheressa Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) – Oromiyaan oomishtummaa guddisuun gabaa tasgabbeessuuf bonaafi ganna hojjechaa jirti jedhan Ministir Deetaan Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Sirna madaallii barnootaa Afrikaaf badhaadhina fidu diriirsuun barbaachisaadha- Obbo Tamasgeen… Ayana Dheressa Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017(FMC)- Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan biyyoonni Afrikaa hundi sirna madaallii barnootaa badhaadhina fidu danda’u diriirsuu qabu jedhan.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Ayyaanota sababeeffachuun daballiin gatii akka hin mudanneef xiyyeeffannoon kenname Tsehay Guluma Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) -Ayyaanota sababeeffachuun qaala’iinsi gatii akka hin mudanneef dhiyeessii fi hordoffiin cimaan taasifamaa jira jedhan Itti aanaan Kantiibaa fi Hogganaan…
Oduu biyya keessaa Yaa’iiwwan idil-addunyaa Finfinneetti gaggeeffamuuf jiraniif qophii hoteelotaa Ayana Dheressa Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017(FMC)- Ya’iiwwan idil-addunyaa baatiiwwan Qaammee fi Fulbaana dhufutti magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaniif hoteelonni qophii barbaachisaa taasisaa jiru jedhe…
Ispoortii Evertan Biraayitaniin goolii 2 fi 0’n injifate Ayana Dheressa Aug 24, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan Evertan Biraayitaniin goolii 2 fi 0’n injifateera. Tapha biraan Kiristaal Paalaas Nootiingaam Foorest…
Oduu biyya keessaa Duudhaaleen biyyaalessaa ijaarsa sirna diimookiraasiif bu’uura ta’an gara gabaatti dhufuu qabu-… Ayana Dheressa Aug 24, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Duudhaaleen biyyaalessaa ijaarsa sirna diimookiraasiif bu’uura ta’an gara gabaatti dhufuu qabu jedhan Gorsaan Damee Hawaasummaa Ministira Muummee Diyaaqon…
Oduu biyya keessaa Dhaloonni ammaa yaada furmaataarra gahuuf qophii ta’uu qaba- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa Ayana Dheressa Aug 24, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Dhaloonni ammaa mari’achuufi yaada furmaataarra gahuuf qophii ta’uu qaba jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Piroofeesar…
Oduu biyya keessaa Dhimmi Ulaa Galaanaa dhimma lammii hundaati- Hayyoota Ayana Dheressa Aug 24, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Dhimmi Ulaa Galaanaa kan mootummaa qofa osoo hin taane kan lammii hundaati jedhan hayyoonni. Yuuniivarsiitii Siiviil Sarvisii Itiyoophiyaatti hayyuu…