Dhaabbanni cimaan rakkoolee naannawaaf deebii hatattamaa kennu ijaarameera- Jeneraal Yimar Mokonnin
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Dhaabbanni cimaan amala jijijjiiramaa waraanaa idil-addunyaa hubachuun rakkoolee naannawaaf deebii hatattamaa kennu ijaarameera jedhan Hogganaan…