Oduu biyya keessaa Biyyi walharkaa fuudhinsa dhalootan ijaaramti… Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Biyyi bu’aa yookaa hojii yeroo tokkoo qofaan hin jiraamtu. Kan ijaaramtu walharkaa fuudhinsa dhalootatiin. Tokkoon tokkoo dhalootaa imaanaa fudhate bahatee, ashaaraa isaa kaa’ee,…
Oduu biyya keessaa Kaayyoon Itiyoophiyaa gahuu yookaan hordofuu osoo hin taane dursuudha- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Kaayyoon Itiyoophiyaa gahuu yookaan hordofuu osoo hin taane dursuudha jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Yaa’iin biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi imala jijjiiramaa Itiyoophiyaa ni deeggara- Kilaavar Gaateetee Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Komishiniin Diinagdee Afrikaa imala jijjiiramaa Itiyoophiyaa ni deeggara jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Komishinii Diinagdee Afrikaa Kilaavar…
Oduu biyya keessaa Koollejjoonni poolii Teeknikaa Burqaa Teeknooloojii fi Ogummaati – BCHUO Sifen Megersa Jun 23, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Koollejjoonni poolii Teeknikaa Burqaa Teeknooloojii fi Ogummaa ta’aa jiru Biiroon Carraa Hojii Uumuu Oromiyaa. Koollejjiin Poolii Teeknikaa Atileeti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa fuudhan Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 11 fuudhaniiru. Ambaasaaddaroota Sa’ud Arabiyaa, Koongoo,…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonni kutannoo diimokiraasiif qaban filannoon agarsiisan- Mahaammud Alii Yusuuf Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf Itiyoophiyaanonni kutannoo diimokiraasiif qaban filannoo waliigalaa 7ffaan agarsiisaniiru…
Idil Addunyaa Ameerikaan Fandii Doolaara biiliyoona 12 baankitti dhorkamee ture Iraaniif kennuuf waliigalte Sifen Megersa Jun 23, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Ameerikaan Fandii Doolaara biiliyoona 12 sababa qoqqoobbiin baankitti dhorkamee ture Iraaniif kennuuf waliigalteerti. Ameerikaa fi Iraan waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Ingiliz tumsa qaban cimsuuf murannoo qabaachuu ibsan Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Ingiliz tumsa gamlamee qaban cimsuuf kan hojjetan ta’uu mirkaneessaniiru. Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…
Oduu biyya keessaa Dameen Albuudaa misooma indaastiriif carraa haaraa uumaa jira- Ministeericha Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Dameen Albuudaa misooma indaastiriif carraalee haaraa uumaa jira jedhan Ministir Deetaan Ministeera Albuudaa Injinar Haannaa Birhaanuun. Injinar…
Oduu biyya keessaa Kaantibaa Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii Kutaa Magaalaa Addis Katamaa daawwatan Sifen Megersa Jun 23, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen adeemsa ijaarsa manneenii Kutaa Magaalaa Addis Katamaa daawwataniiru. Ijaarsi manneenii…