Oduu biyya keessaa Hawaasni Dhiiga arjoomuu akka amaleeffatuuf waamichi dhiyaate Debela Tadesse Mar 20, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Hawaasni Aadaa dhiiga aarjomuu akka guddisuu fi lammiilee dhiigni barbachisuuf akka qaqqabu Tajaajilli Baankii Dhiigaa Itiyoophiyaa waamicha…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Gita isaanii Giriik Waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 20, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Gita isaanii Giriik Kaatiriinaa Sakelaroppooluu waliin mari’ataniiru. Pireezidaanti Saahilawarqi Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Garee Itiyoo-Injiinaringii fi Gareen Invastiimantii ‘O-Pirodiwuus’ waliin hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Mar 20, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Garee Itiyoo- Injiinaringi fi Garee Invastiimantii ‘O-Pirodiwuus’ waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigaltichas Hojii Raawwachiisaa…
Ispoortii Atileet Nibrat Malaak Meedaaliyaa Warqee fi Atileet Gammachuu Didhaan meedaaliyaa Meetii… Sifen Megersa Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) -Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaa galgala kana fiigicha meetira kuma 10 dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa fi 2ffaa ba'uun…
Ispoortii Atileet Tsiggee Dhugumaan Meedaaliyaa Warqee 3ffaa Itiyoophiyaaf argamsiifte Sifen Megersa Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) -Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaan Atileet Tsiggee Dhugumaan Meedaaliyaa Warqee 3ffaa Itiyoophiyaaf argamsiifte. Atileet Tsiggeen dorgommii fiigicha…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonn Finfinnee fi naannawaa isheetti hokkoraa fi jeequmsa uumuuf socho’aa turan… Sifen Megersa Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) - Shakkamtoonn Magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti hokkoraa fi jeequmsa hidhannoon deeggarame uumuuf socho'aa turan to'atamuu Humni Waloo Tikaa fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad dureewwanii fi Bakka buutoota Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa… Sifen Megersa Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dureewwanii fi Bakka buutoota Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufaniif sagantaa Ifxaraa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Bakka buutoota Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan waliin… Sifen Megersa Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bakka buutoota hawaasa Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan waliin mari'ataniiru.…
Idil Addunyaa Isiraa’eel gaggeessaa olaanaa Hamaas Maarwaan Iisaa ajjeessuu ibsame Tsehay Guluma Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Gaggeessaa olaanaan Hamaas Maarwaan Iisaa haleellaa qilleensaa Israa'el gaggeessiteen ajjeefamuu Ameerikaa beeksifte. Waraanni…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan Itiyoophiyaatti dhibee HIV Eedsii ittisuuf kan oolu Doolaara miiliyoona 111 deeggarsa… Tsehay Guluma Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa karoora yeroo ariifachiisaan tattaaffii Itiyoophiyaan bara 2030tti HIV/AIDS dhabamsiisuuf taasisaa jirtuuf…