Filannoon Pireezidaantummaa Raasiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Pireezidaantii Vilaadmiir Putiin morkattoota sadii waliin kan irratti hirmaatan Filannoon Pireezidaantummaa Raashiyaa bara 2024 gaggeeffamuu eegaleera.…