Adwaan ijaarsa lammiilee fi sirna waloo ijaaruu kan dhugoomse ta’uu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC) – Gumiin balal marsaa 36ffaan injifannoo Adwaa ijaarsa seenessa waloof mata duree jedhuun Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti…