Magaalaa Bishooftuutti ‘Sirni Teessoo Diijitaalaa’ eebbifame
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti Diinagdee Diijitaalaa tumsuu fi magaalaa ammayyaa ijaaruuf kan gargaaru ‘Sirni Teessoo Diijitaalaa’ eebbifamuun tajaajilaaf…