Teeknooloojii Jimmatti Wiirtuun Tajaajila Iddoo Tokkoo eegale Tsehay Guluma Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Sadarkaa Pirezidaantii itti aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastera Hawaasummaa obbo Saadaat Nashaan Magaalaa Jimmaatti Wiirtuu tajaajila…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti jedhe. Itiyoophiyaan tattaaffii egeree ishee har’arraa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan xumura dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa bara kanaa gaggeeffame Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Sagantaan xumura dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa bara kanaa Gubaatti gaggeeffameera. Dhaabbiin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baranaa mata duree '…
Oduu biyya keessaa Hawwiin Itiyoophiyaa barootaf ture dhugoome – obbo Tamasgeen Xurunaa Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Eebbifamuun Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hawwii Itiyoophiyaa barootaf ture dhugoomse jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumurame – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumurame jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Murannoo Itiyoophiyaa fi carraa egeree…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Amantaalee Itiyoophiyaa Hidhi Haaromsaa eebbifamuu hordofee ergaa baga gammaddanii… Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Dhaabbileen Amantaalee Itiyoophiyaa Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa eebbifamuu hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Paatiriiyaarikiin Mana…
Ispoortii Seeraaliyoon 2 – 0 Itiyoophiyaa Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Seeraaliyooniin injifatame. Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 8ffaa har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Hidhichi Seenessa hindanda’amuu kan jijjiire carraaqqii, dhiigaa fi dafqa Itiyoophiyaanotaati… Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Pireezidaantoonni naannolee Itiyoohiyaa adda addaa eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Hidhichi…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni naannolee eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hordofee ergaa baga… Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Pireezidaantoonni naannolee Itiyoohiyaa eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsan. Sanyiin har’a…
Oduu biyya keessaa Naannawaa qilleensaa Itiyoophiyaa fi hidhichaa sirnaan kan eegu Humni Qilleensaa cimaan ijaarame –… Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Birmadummaa Naannawaa qilleensaa Itiyoophiyaa fi Hidha Haaromsaa sirnaan kabachiisuu kan danda’u Humni Qilleensaa cimaan ijaarameera jedhan Ajajaa Olaanaan…