Oduu biyya keessaa Artiist Natsaannat Warqinaan boqote Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Artiist Natsaannat Warqinaan dhibee tasaa isa mudateen addunyaa kanaraa du’aan boqote. Sagantaa tapha maatii("Yebeeteseb Caawataa") jedhuun miidiyaalee…
Ispoortii Shaggar 0 – 0 Faasiil Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 15ffaa har’a taphatameen morkiin Kilaba bulchiinsa Magaalaa Shaggarii fi Faasiil gidduutti gaggeeffame…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa fayyadamummaa uummtaa damee hundaan mirkaneessuu cimsee itti fufa- Obbo Adam… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa fayyadamummaa uummtaa damee hundaan mirkaneessuuf hojiiwwan eegale cimsee itti fufa jedhan Pirezidaantii Itti Aanaan Paartichaa fi…
Oduu biyya keessaa Nageenyii fi tokkummaan dhaabbilee amantii utubaa ijaarsa mootummaa biyyaalessaa ti –… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Nageenyii fi tokkummaan dhaabbilee amantii utubaa ijaarsa mootummaa biyyaalessaa ti jedhan Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataatti Ministirri waamamaan…
Ispoortii Goota Maaraatoonii Atileet Taammiraat Tolaa… Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Goonni fiigicha Maaraatoonii Atileet Taammiraat Tolaan injifannoo galmeessuu itti fufeera. Atileet Taammiraat Tolaan fiigicha Maaraatoonii har’a…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti bakkeewwan ayyaanni Cuuphaa itti kabajaman duulaan qulqullaa’aan Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti bakkeewwan ayyaanni Cuuphaa fi Kataraa itti kabajaman duulaan qulqullaa’aniiru. Ayyaanni Cuuphaa haala duudhaa isaa eegeen akka…
Oduu biyya keessaa Ayyaana cuuphaa irratti balaan elektirikaa akka hin uumamneef eeggannoon fudhatamuu qaba –… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018(FMC) - Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa kabaja ayyaana cuupphaan walqabatee balaan elektirikaa akka hin uumamneef of eeggannoon barbaachisu fudhatamuu akka qabu…
Teeknooloojii Haleellaawwan odeeffannoo utuu hincufin raawwataman heddummachuu… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018(FMC) - Addunyaa irratti tooftaan haleellaa saayberaa yeroo irraa yerootti jijjijjiiramaa dhufeera. Amma amma hubdoonni odeeffannoo cufuu caalaa hatuu fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan badhaadhina egeree ilaalcha keessa galchuun damee faayinaansii ammayyeessaa jirti-… Ayana Dheressa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan badhaadhina egeree ilaalcha keessa galchuun damee faayinaansii ammayyeessaa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen…
Waajabila Faanaa Wadaajiin Aadaa obbolummaa, jaalalaa fi marartee… Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) –Wadaajiin dhungoo jaalalaa dargaggeessi hin fuunee fi Shamarran hin heerumne waliin raawwataniidha. Dargaggeessi tokko wayita shamarran qalbii isa…