Ispoortii Moorookoo fi Senegaal Waancaa Afrikaaf ni falmatu Tsehay Guluma Jan 18, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC)- Qopheessituun Waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookoon Senegaal waliin Waancaa Afrikaaf har’a ni falmatu. Taphichi halkan sa’aatii 4 irraa eegalee Moorookoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ikoo Loojii Danbii Eebbisan Tsehay Guluma Jan 18, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojii Maaddii dhalootaan bakka gahuumsaa jalqabaa kan ta’eefi lafa bosonaafi qabeenya uumamaa heektaara 36.7…
Ispoortii Notiingahaam Forest 0 – 0 Arsenaal Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 22ffaan Arsenaal Nootingahaam Foresti waliin qixa bahe. Arsenaal carraa garaagarummaa qabxii Maanchiister…
Oduu biyya keessaa Hojiin kooriidarii baadiyyaa bu’aa buusaa jira – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Hojiin kooriidarii baadiyyaa eegalame bu’aa buusaa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun daandiiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman Ayana Dheressa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun magaalichatti daandiiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifoomseera.…
Ispoortii Maanchistar Yuunaayitid Maanchister Siitii injifate Ayana Dheressa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 22ffaan Maanchistar Yuunaayitid Maanchistar Siitii galchii 2 fi 0’n injifateera. #Oromia #Ethiopia…
Oduu biyya keessaa Kooridariin baadiyyaa jireenya qonnaafi horsiisee bultootaa jijjiiruu keessatti qooda olaanaa qaba-… Ayana Dheressa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Misoomni Kooridarii baadiyyaa jireenya qonnaafi horsiisee bultootaa jijjiiruu keessatti qooda olaanaa qaba jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajamuu qaba – Abunee Saawiiroos Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa akkaataa duudhaa amantummaa isaa eegeen kabajamuu qaba jedhan Hogganaa Olaanaan Waajjira Mana Lubummaa Waliigalaa eebbifamuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bara kana namoonni kumni 89 ol sagantaa wabii nyaatarraa gara of danda’uutti ce’an Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti bara kana namoonni kumni 89 fi 655 sagantaa wabii nyaataarraa gara of danda'utti ce’an jedhe Biiroon Misooma magaalaa fi manneenii…
Biiznasii Raabsitoonni meeshaalee ijaarsaa nagahee malee gurgurtaa raawwataa turan to’ataman Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti oppireeshinii gaggeeffameen Daldaltoonni meeshaalee ijaarsaa raabsan nagahee malee gurgurtaa raawwataa turan 11 to’atamaniiru.…