Qorannoo hanga ammaatti adeemsifameen naannoon Oromiyaa lafa hektaara miiliyoona 6.6 jallisiin…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa haala qabatamaa jiru hubachuun uwwisa bu’uuraalee jallisii dabaluuf hojiitti galuu Pireezidaantii naannichaa Obbo Shimallis…