Arsii Lixaatti xaa’oon kuntaalli kumni 200 qonnaan bultootaaf dhiyaachuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Arsii Lixaatti xaa'oon kuntaalli kumni 200 qonnaan bultootaaf dhiyaachuun Eejensiin Babal’inaa Waldaalee Hojii Gamtaa Godinichaa beeksise.
Hoji…