Gurgurtaa Humna Elektirikiirraa galiin Birrii biliyoona 12.8 ol argame
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti gurgurtaa humna elektirikii biyya keessaa fi alaaf dhiyateerraa galiin Birrii biiliyoona 12 fi miiliyoona 848 ol argamuu Humni…