Abbaan taayitichaa hawaasni oomishaalee qulqullinni hinmirkanoofne akka hinfayyadamne hubachiise
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa oomishaalee ibsaa fi sadarkaalee Itiyoophiyaa dirqamsiisoo akkasumas qorichummaa fi qulqullinni isaanii…