Waliigalteen karra galanaa argachuu ajandaa biyyaalessaa deeggaramuudha-Mana Marichaa
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliilandi gidduutti mallattaa'e qajeelummaan kan fudhatamuu fi ajandaa biyyaalessaa waan ta’eef, hojiirra oolmaa isaaf…