Agarsiisni “Dippilomaasii Faayidaa biyyaalessaa Keenyaaf” bor banama
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Agarsiisni torbee dippiloomaasii mata duree “Dippiloomaasii Faayidaa biyyaalessaa Keenyaaf” jedhuun boru akka banamu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…